Job 30:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri mukha lafa aloo bubuqise nyaate, hidda gurbi ka imiomnele!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baala sooqidda sooqidda dhawu ka lafa gammoojji'ii jiru guurata'aa turan; hidda muka dhittacha mi'aa hin qabnee nyaata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan baala goomole'ee ka kuraawu guuratane; hidda muka hadhowuulle nyaatane.