Job 30:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri goda d'akhayetifi boola d'akhaye keesaa qotanile keesati gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra hulee jireenna ufii dhooqa, godaa fi qilee keessatti qotame keessa jiraatu ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goda bowwaa keessaa rassaa oddu'uu fi boolla lafa jalaa keessa le'iis dirqama itti teete.