Job 30:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa aloo keesati aka harre baroodani, gurbi jaalati wolti mamat'ane ch'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bosona keessa naannaya'aa akka bineensa bosonaa iyyan; saatoo jalattillee wolitti qabamanii jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan odduu tuse'eetii akka harre'ee baroodane; badda jalalle'etti wolitti qabamane.