Job 30:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra woma imbeenne, ka maqa inqamne, lafa keesaa gussani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shabbeenaan tumama'aa biyyaa ari'amu'uun, maqaan isaanii bada'aa worra sammuu hin qabne ta'anii jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra bu'aa hin qanne, ka maqaa badee lafa irraa ari'ame.