Job 31:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hameenni akasi sunini waan duati nama geesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin hamaan kun salphinna waan ta'eef, seera afo'otti yakka waan ta'eef itti haa murtaayuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun yakkaa guddoo seera duratti adabbii namatti fiddu.