Job 31:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja Waaqi na gaafate anini maani taha? Hojja Waaqi dubbi suni barbaade anini maani jed'aani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa Rabbiin afoo murti'iif dhiyaadhe atta ta'a? yoo na naannayu'uuf dhufe maal deebisaaf?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yennaa Waaqi mura'aaf ka'u ani maan godhu'uu jira ree? Yennaa inni na gaafatu ani maan deebisu'uu jira ree?