Job 31:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma kaimoma kiyyati anini akuma abba ilmaani suni guddise nad'eeni hiyyeeyile qorqorad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu dargaggummaa kiyya irraa jalqabee akka abba'aatitti isaan guddiseera; haadha hiyyeessaallee urga dhaladhe irraa jalqabee karaa itti mudhiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo dargaggummaa tiyyaa jalqabee akka abba'aa isaaniif te'eera; bara jiruu tiyyaa mara haadhotii hiyyeessaa qarqaareera.