Job 31:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi guddaani maani nu tolcha? Huji namati jed'e maani namaa kenna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hireen namaa ka Rabbiin irraa murtaayeef maali'i? qoonni Waaqa maraa danda'u ka ol teessoo ufii irra jiruun kenname hoo maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gubbaa irraa Waaqa biraa qoodi namaa maan? Ka waan mara dande'u ka addee oli aantuu jiru biraa dhaalli namaa maan?