Job 31:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Waaqa sodaad'ufi anini waan akana dandae intahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani balaa Rabbii waan sodaadhuuf, waan akkanaa kanniin hojjachuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badii Waaqi na irratti fidu waan sodaadheef, sodaachisuu arnya isaa irraa ta kaate waan akkasii godhuu hin dandeenne.