Job 31:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbuuni akasi sunini waan nama ijeesaati, ta Waaqa gudda mormatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan kana godhu'uun Waaqa ol gubbaa taa'u silaa hin waakkadha ture; hujiin akkanaa kunniin sababaa cubbuu murtii du'aa namatti fiduuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani Waaqa ol-aana'aaf addatamuu waan dhabeef, tun cubbuu du'a namatti mursiittu.