Job 31:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini taka, Waaqi isani ijeesinna jed'e worra inabaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Diintonni tiyya haa badan› jedhee abaaru'uun cubbuu hin hojjanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruun diina kiyyaa akka baddu abaaree, afaan kiyya cubbuu akka dubbatu hin goone.