Job 31:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini taka dubbi biyya sodaad'e ch'allise manati inhamne maro goyeesa worra sodaad'ufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baay'inna bani'ii sodaadhee waan maatiin kiyya na tuffateef nayee hennaan ani cadhisee manatti dhokadhe hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa bindillaa sodaatiisaan tuffiin maati'ii na bararassitee mana keessaa adoo hin bayin cadhisee mana keessa hin teenne.