Job 31:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni dubbi tiyya inch'aqasu? Anini inkakhad'a, aka dubbini tiyya d'ugaa. Waaqi guddaani ha naa himuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maal ka na dhagawu uduu jiraatee! silaa waan uf irraa dhoogguun dhiyeeffadha; Waandhi maraa danda'u naa haa deebisuu! maal uduu barreeffamni himanna'aa ka diina kiyyaa naa argamee!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maalo'o, nama naa dhage'u adoo qabaadhe! Akka dhugaa dubbadhe mudhisiisaaf mallattoon tiyya kunoo ti. Waaqi waan mara dande'u naaf deebisuu ti; Ka na himatu himata ifii tarre'een barreeffatee adoo hin dhikeeffatuu!