Job 31:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini sila waan tolchu ch'ufa Waaqati hime, aka nama guddaa isa dura eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama baallii qabuutitti uggiinsaan Rabbiin afoo dhaabadhee waan godhe maraa tartiibaan ibsaaf ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani laakkossa tarkaaffii tiyyaa duudii isatti hima; akka sooressa guddaa tokkoolle isatti dhikaadha.