Job 32:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga isani dubbatani dubbi qajeeltu barbaadani ch'ufa, ufuma obse isani ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dubbii keessan haga isin dubbattanii raawwattaniif obsaan isin eege. waan isin jecha bareechisa'aa dubbata'aa turtan sirri'itti isin dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani haga isin dubbatanee fixxanu eegadhe; jechoota filataa yennaa dubbattanu miidhassee caqase.