Job 32:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri waan jed'u wollaale ufuma ejaanjufi anileeni afaani qabachu male?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eega isaan hin dubbanne sababa waan deebisan dhabanii dhaabataniif ani obsaan isaan eeguu na barbaachisaa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, sababa isaan hin dubbanneef, waan isaan deebii deebisanu dhabanee dhaabbataneef ani isaan eeguu qabaa ree?