Job 32:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi toko, ka Elihu jed'ani, ka d'aatu eju, aka Ayubuni ufi d'ugeese Waaqa himate d'ageennaani, dallansu d'owachu dad'abe. (Elihuni ilma Barakeli, ka worra Buzi, balbalti isaa Ramu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Elihuun gosa Kaaraamii Buuzaawichi ilma Baarki'eelii Rabbiin caalaa waan qajeelaa uf godheeruuf guddisee aaree Iyyoobiin lole.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliihuun ilmi Baaraakelii Buzichaa ka maatii Raamii te'e, sababa Iyoob Waaqa caalaa ifi balchoonseef guddoo aare.