Job 32:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jaalani Ayubu taani sadeenileeti dallane, waan worri dubbi isaa d'aareesu dad'abe, akasiini waan Waaqi wollaala qabu fakeesefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Iyyoobiin irratti murteessisiisu deebii gayaa waan hin arganneef Eelihu goshoota ufii sadiiniinillee hin lole.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaaloti Iyoobii sadiin deebii quussitu Iyoobiif waan hin deebisiiniif, deebiin isaanii tun akka Waaqi dokonkora hujeeru waan gooteef, Eliihuun isaan irralle'etti aare.