Job 32:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worra kaani ch'ufa ira maand'atifi haga worri kaani dubbatu ch'ufa afaani qabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelihu umuri'iin kaawwanii gadi waan ta'eef marti isaaniituu haga dubbatanii fixaniif koree ufiititti Iyyoobiin woliin dubbatu'uuf eega'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan duudiin angafoota isaa waan te'aneef, haga isaan dubbatanee fixatanutti, Eliihuun Iyoobitti dubbatiisaaf eegateeyyu.