Job 32:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo lubbu Waaqa guddati d'ufe qarooma namaa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu nama keessa bulee ka ogummaa namaa kennu Hafuura Rabbiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo ka nama keessa bulee hubantii namaaf kennu ayyaana Waaqa waan mara dande'uu ti.