Job 33:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi nyaapa nati tahe, kara naani had'u nati barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Rabbi garuu sababa na irra barbaada; akka diinaatitti na laakkaya;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi na adabiisaaf sababa na irratti barbaada; akka diina ifiille na laakkowa.