Job 33:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini waan sini jed'u, Atini ya wollaalte, Waaqi nama ch'ufa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Iyyoob! ati waan kana irratti akka sirrii hin jirre sitti hima; Rabbi nama caalaa gudda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqi nama duudii waan caaluuf, ani ammoo tana irratti akka ati sirrii hin te'in sitti hima.