Job 33:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Waaqi kara hedduuni dubbatele, nami waan inni jed'u inch'aqasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hin hubatu; Rabbi garuu karaa gara garaatiin dubbata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hin hubatu malee, Waaqi karaa adda addaatiin dubbata.