Job 33:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gurra nama bane gorsaani nama mudamsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san gurra isaanii banee; akka dubbii isaa dhagayan taasisa; uf eegganno'oon isaan naasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san inni gurra isaaniititti hin dubbata; ifi eeggachiisiisalle'een isaan bararassa.