Job 33:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni worraani dubbatufi, aka worri daba iraa gore kiyyiba lakisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama hujii hamaa irraa deebisa, uf jajuu irraa balleessa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan hujii hantuu irraa isaan deebisa; akka hin koorrelle isaan eega.