Job 33:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra badi d'owe, duisa hanqisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu isaa boolla irraa, jireenni isaallee billawaan akka hin banne eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuu isaanii boolla irraa, jiruu isaaniille badii shallaaga'aa irraa hin hambura.