Job 33:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi nama d'ukuba iti erge nafa d'ukubse, akasiini qajeelcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan siree irratti dhibe'een adaba; lafee isaa maraa hin hadoocha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin akka nami taqee ifii gubba'atti dhukkubaan, dhukkuba hamaa ka yennaa mara lafee isaa bocuun akka adabamu hin godha.