Job 33:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro naasutifi malaikaani waan jettu, Isa gad'iisi, isa fulla ekherati gabu d'owi. Anini ya waan isaani baasu arge, kuno tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkichillee garaa laafeefii ‹Ka isa furu waan argeef gara awwaalaa akka hin buune dhiisiin!› jedhee du'a ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaalle isaaf mararee, ‹Ani wodoo isaaf dhaggeera; akka inni gara boollaa gad hin buune godhi› jedhee du'a ajaja.