Job 33:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja inni Waaqa kad'atu inni isaa d'agaya; inni Waaqa arge gammade, Waaqileeni kara d'ugaati isa deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbiin kadhata; Rabbi kadhaa isaa hin dhagaya; fuula ufiillee gammachu'uun itti mudhisa; qajeellummaa ufiitiif gatii isaa kaffala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waaqa daadimata; daadimata isaalle Waaqi hin dhage'a. Inni fuula Waaqaa dhaggee hin ilillisa; Waaqille gara addee balchummaa isaatitti isa hin deebisa.