Job 33:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni biyya dura d'ufe waan jed'u, Anini ya daba tolche, waan hamtu tahe, ammo Waaqi na baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee namoota afo'otti, ‹ani yakkeera; waan qajeelaallee dabseera; Rabbi garuu balleessaa kiyya natti hin laakkofne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille namoota duratti faarfataa, ‹Ani cubbuu hujeera; waan sirrii te'e daddasseera; Waaqi ammoo yakkaa tiyya natti hin laakkonne.