Job 33:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni Waaqa na uumte, hafuuri Waaqa gudda jireenna naa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii na uume; Hafuurri Waaqa waa mara danda'uu jireenna naa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Waaqaa na dade; hafuurri Waaqa waan mara dande'uu jiruu naa kenne.