Job 34:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me, isani worri hubacha, qabu na ch'aqasa! Waaqi guddaani dandae ch'ubbu tolcha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu isin namoonni waa hubattan na dhagayaa'a! waan hamaa hojjachuun Rabbiin biraa, dogoggorallee hojjachuun Waaqa maraa danda'u irraa haa fagaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf isin worri hubattanu na caqasa'a! Hantuu godhiis Waaqa irraa dokonkora hujiisille Waaqa waan mara dande'u irraa fagaatuu ti.