Job 34:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni huji nama gula wo kenneefi, ammalle isi gula wo bahafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi namaaf akkuma hujii isaatitti isaa deebisa; akkuma deemsa isaatitti waan isa barbaachisu isaa kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akka hujii namaatitti namaaf hin kaffala; akkuma ideensa isaatitti akka inni dhaggatu hin godha.