Job 34:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi guyya nama wollaala iti muru waan tolfatufi inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbiin afoo murti'iif dhiyaachu'uuf haaganaan hin kennamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi fuula isaa duratti mura'aaf akka dhikaatanu beellama hin qabatu.