Job 34:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro huji worra beekhufi, inni halkani worra gaargalche balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii isaanii hin beeka; akka bututaniif halkaniin gara isaan gaggalcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hujii isaanii mara waan beekuuf, halkan tokkotti baallii irraa isaan kaasee balleessa.