Job 34:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan worri isa iraa gore kara isaa yaalu dideefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti inni waan kana isaan irratti godhuuf waan isa duukaa bu'uu dhiisanii fi ajaja isaallee waan tuffataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa isaan isa hordofuu lakkisanee, isaaf ajajamuu dhabaneef inni tana godhe.