Job 34:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Waaqi ch'allise, eenuti dandae waan isa dubbata? Yo inni fuula d'ofate, eenuti dandae isa arga?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yoo inni cadhise eentu isa ajiifata? yoo fuula dhoffate eentu isa arguu danda'a? Inni namaa fi bani'iillee oli.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo inni cadhise ammoo eentu isatti mura; yoo inni fuula ifii dhoffate eentu isa dhagguu dande'a ree? Inni nama irratti, gosa biyya adda addaa irralle'etti,