Job 34:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'uga fohanna, waan dansa woliini baranna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan sirrii ta'e haa filannuu; waan mishaa woliin haa barannuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a waan sirrii te'e filanna; waan dansaalle woliin baranna.