Job 35:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Waaqa worra uume, ka gaargala keesale worra qarqaaru, qarqaarsa inkad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka akkana jedhu garuu hin jiru; Rabbi uumaan kiyya eessa jira? ka halkaniin faaruu kennu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo eennulle, ‹Waaqi na dade, yennaa rakkoo guddo'oo nami akka isa faarfatu ka godhu,