Job 35:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayubu, atini anini Waaqa dandae inargu jette; obsi, waan inni sii tolchu eegi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Iyyoob! yoma haga feete ‹Rabbiin hin argu› jettellee hajaan kee isa bira waan jiruuf obsaan isa eeguu si barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyoob ati, ‹Ani Waaqa hin dhaggu› yennaa jettu, inni attam iyya teeti dhage'a ree? Haajaan keeti isa dura jira, isuma eegadhu.