Job 35:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini waan Waaqi nama ingaargalchine seeta? Yokhaani waan inni ch'ubbicha odu inkaamne seeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Rabbi lola ufiitiin waan hin balleessine; hammeenna namaallee lash jedhee waan lufu seetaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi aarii ifiitiin ka hin adanne, hammeenna namaalle itti ilaalaa ka taru seetaa?