Job 35:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maro ch'ubbu tanteetifi gaargala argatu nama aka kanketi, yo waan dansa tolchitele nami qarqaarsa argatu isuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama akka keetii hammeenni hin miidha; yoo hujii mishaa hojjattee nama fayyadda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hammeenni keeti nama akka keetii hin miidha; balchummaan teetille ilmaan namaa calla'aaf bu'aa qaddi.