Job 35:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Hojja dabsani iniyya; worri iyye nyaapa dura nu baasa namaani jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa gad qabbiin itti baay'ateef namoonni hin iyyan; irree jajjabootaa jalaa bayu'uuf gargaarsaaf iyyatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Sababa cunqurfamiisi bacateef kolbaan hin iyyiti; harka hunnaamessaa jalaa bayiisaaf qarqaarsa dhaggatiisaaf iyyatan.