Job 36:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gurra worra bane, worra gorse, Hameenna ira deebia jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gurra isaanii akka gorsa isaa dhagayan banaaf; akka cubbuu irraa deebi'an isaan ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qajeelfama akka dhage'anuuf gurra isaanii hin bana; cubbuu ifii irralle'ee akka deebi'anuuf isaan hin ajaja.