Job 36:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqa imbeenne dallansu illakisu, yo inni worra gaargalchule qarqaarsa inkad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri Rabbiin irraa fagaatan hennaa maraa lola'aa jiraatan; yoma Inni isaan adabuu aagii galu'uuf hin kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri Waaqa malee le'u aarii gadha'atti qabatan; yennaa inni isaan adabulle qarqaarsa dhaggatiisaaf hin daadimatanu.