Job 36:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi gaargalaani wo nama barsiise, d'ipuni ila namaa bana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkataa rakkoo keessaa baasa; rakkoo isaan irra gayeenillee isaan barsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi worra rakkatanu rakkoo keessaa hin baasa; inni akka isaan rakkatanu godhaa isaan barsiisa.