Job 36:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi gaargala keesaa si baase, nagaya sii kenne si gammachiise; ammalle sagale guddo si kenne si quubsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Amma wonti Rabbi fedhu, rakkoo afaan sitti banu keessaa, gara hulee badhaa rakkinni hin jirree, gara hulee nyaanni filatamaan jiruutitti si baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Inni ammalle farra hantuu keessaa, gara addee badhoo wol rakkisuun hin jiretti si baasa; qoriin teetille sagalee dansa'aan hin guutanti.