Job 36:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'i, aka garagalte ch'ubbu keesa inseene; aka ch'ubbu ira si d'owanifi gaargala kana siti ergani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti rakko'oon qorama'aartuuf sababaa kanaaf waan ta'eef deebitee waan hamaa hojjachuu irraa uf eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Farriisaan irra hantuu hujiisa waan filatteef, gara hammeennaa akka hin deebine ifi eegadhu.