Job 36:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qabad'i aka irreeni Waaqa guddo. Eenuti aka isaa dandae wo barsiisa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hunna ufiitiin waan guddaa godha; barsiisaan akka Isaa eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, Waaqi hunna ifiitiin ol ol jedheera; barsiisaan akka isaa eennu ree?