Job 36:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro huji isatifi guyya ch'ufa isa faarsani atinileeni isa faarsu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma namoonni hennaa maraa hujii inni hojjatuuf faaru'uun isa galatoonfatan, atillee waan hujii isaatiif faaru'uun galatoonfadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii isaa ta nami faaru'uun leellifatu atille akka leellifattu yaadadhu.